• All e-books and audiobooks on The New Life Mission website are free
  • Explore multilingual sermons in global languages
  • Two new revised editions in English have been released
  • Check out our website translated into 27 languages
Search

FREE eBOOKS AND AUDIOBOOKS

The Revelation

Hiikaafi Lallaba Kitaaba Mul’ataa - BARRI MORMITUU KIRISTOOS BARA KITIMAMUU, BARA BUTAMUU FI BARA MOOTUMMAA BAR-KUMEE DHUFAA JIRUU DHA? (Ⅱ)

Hiikaafi Lallaba Kitaaba Mul’ataa - BARRI MORMITUU KIRISTOOS BARA KITIMAMUU, BARA BUTAMUU FI BARA MOOTUMMAA BAR-KUMEE DHUFAA JIRUU DHA? (Ⅱ)

Author Rev. Paul C. Jong ISBN 9788928231317 Pages 464
Oromo 8

Download FREE eBook & AudioBook

📖 Read Online Now
Own a Paperback
Buy a Paperback on Amazon

Paperbacks are currently available for individual purchase on Amazon. (Kindle eBooks are also available for download)

Qabiyyee
 
Arirrata (Sensa) 

Boqonnaa 8
1. Malakatoota Dha’icha Torban Beeksisan (Mul’ata 8:1-13) 
2. Malaktni Rukuttaa Torbanii Kun Waan Kallattiin Ta’uu Dha? 

Boqonnaa 9
1. Rukuttaa Ulfaataa Boolla Keessaa Ba’u (Mul’ata 9:1-21) 
2. Bara Dhumaatti Amantii Cimaa Haa Qabaannu 

Boqonnaa 10
1. Yeroo Butamuun Itti Ta’u Barteetta? (Mul’ata 10:1-11) 
2. Yeroo Qulqulloonni Itti Butaman Ni Beekta? 

Boqonnaa 11
1. Mukeetiin Ejersaa Lamaaniifi Raajonni Lamaan Eenyuu Dha? (Mul’ata 11:1-19) 
2. Fayyina Saba Israa’el 

Boqonnaa 12
1. Waldaa Waaqayyoo Ishee Bara Booddee Ishee Guddaa Miidhamuuf Jettu (Mul’ata 12:1-17) 
2. Kitimamuu Kee Amantii Guutuudhaan Fudhadhu 

Boqonnaa 13
1. Mul’achuu Mormitoota Kiristoos (Mul’ata 13:1-18) 
2. Mul’achuu Mormitoota Kiristoos 

Boqonnaa 14
1. Galata Warra Kitimamanii Du’aa Ka’aniifi Warra Butamanii (Mul’ata 14:1-20) 
2. Qulqulloonni Mul’achuu Mormitoota Kiristoosiin Attamitti Ilaalu? 

Boqonnaa 15
1. Qulqulloota Warra Qilleensa Irratti Hojii Dinqisiisaa Gooftaa Galateeffatan (Mul’ata 15:1-8) 
2. Qabxii Hirmaata Carra Barabaraa 

Boqonnaa 16
1. Jalqabbii Dha’icha Waciitii Torbanii (Mul’ata 16:1-21) 
2. Utuu Dha’ichi Torbanii HinDhangala’in Dura Wanta Gochuun Ta’u… 

Boqonnaa 17
3. Adabamuu Sagaagaltuu Ishee Bishaanota Irra Teessuu (Mul’ata 17:1-18) 
4. Fedha Isaa Irratti Xiyyeeffannoo Haa Goonu 

Boqonnaa 18
1. Addunyaan Baabiloon Kufeera (Mul’ata 18:1-24) 
2. “Kottaa Ishee Keessaa Bahaa, Isin Sabni Koo, Dheekkamsa Ishee Akka Hin Fudhanneef” 

Boqonnaa 19
1. Mootummaa Isa Hundumaa Danda’uun Dhaabbatu (Mul’ata 19:1-21) 
2. Qajeelota Qofaatu Dhufaatii Kiristoos Isa Lammaffaa Eeggachuu Danda’u 

Boqonnaa 20
1. Bineensi Akka Jawwee Sun Boolla Qilee Keessatti Hidhame (Mul’ata 20:1-15) 
2. Attamitti Du’aa Irraa Gara Jireenyaatti Darbuu Dandeenya? 

Boqonnaa 21
1. Magaala Qulqullooftuu Ishee Samii Irraa Gad Buutu (Mul’ata 21:1-27) 
2. Amantii Waaqayyo Duratti Mirkanaa’ee Qabaachuu Nu Barbaachisa 

Boqonnaa 22
1. Haaqa Haaraafi Lafa Haaraa, Bakka Bishaanni Jireenyaa Burqu (Mul’ata 22:1-21) 
2. Abdii Ulfinaa Jirutti Gammaduufi Jabina Nu Barbaachiisa 

Ibsa
1. Gaaffiifi Deebii 
 
Kiristaanonni hedduun butamuun qulqullootaa bara gidiraa dura ta`a jedhanii yaadu. Sababiinsaa kiristaanonni baroota torban Gidiraa Guddaa sana dura butamu jedhamanii dogoggoraan barsiifamaa waan turaniif dhibaa`ummaan guutamanii jireenya amantii isaanii geggeeffachaatti jiru.
Haa ta`u iyyuu malee, butamuun qulqullootaa malakata gidiraalee torbaa keessa gidiraalee ja`affaa keessa darbanii - yeroo Mormitoonni Kiristoos mul`atanii qulqulloota warra lammaffaa dhalatan ajjeesuu eegalan malakatni inni torbaffaan yeroo afuufamu ta`a. Yesuus samii irraa kan dhufu yeroo kana keessa, du`aa ka`uu fi butamuun qulqullootaa warra lammaffaa dhalatanii yeroo kana ta`a (1 Tasaloniiqqee 4:16-17).
Guyyaa kanatti, tokkoon tokkoon namaa karaa carraa ofii isaatii filate irra dhaabbata. Qajeelonni, "wangeela bishaaniifi Hafuuraa" tti amanan du`aa ka`anii butamanii Mootummaa bar Kumeefi jireenya Mootummaa Samiitti galu, haa ta`u iyyuu malee cubbamoonni du`aa ka`uu isa tokkoffaa keessaa hin hirmaanne dha`icha waciitii torba Waaqayyo biraa dhangala`uun erga adabamanii booda ibidda si`oolitti darbatamu.
Kanaafuu, hundee barsiisa sobaa amantii addaaddaa isa yaada biyya lafaa irratti hundaa`e keessaa baanee gara Dhugaa Dubbii Waaqayyootti deebi`uu nu barbaachisa. Kitaablee koo walitti fufee maxxansamaa jiran dubbisuudhaan akka isin eebba dhiifama cubbuufi dhufaatii Gooftaa isa lammaffaa fudhattaniif abdiifi kadhannaa koo isa guddaa dha.
More