Search

FREE eBOOKS AND AUDIOBOOKS

The Tabernacle

Oromo 9

DUNKAANA: Fakkeenya Ibsa Gad Fagoo Yesuus Kiristoos (Ⅰ)

Rev. Paul C. Jong | ISBN 8983148766 | Pages 335

Download FREE eBook & AudioBook

Choose your preferred file format and safely download to your mobile device, PC, or tablet to read and listen to the sermon collections anytime, anywhere. All eBooks and AudioBooks are completely free.

You can listen to the AudioBook through the player below. 🔻
Own a Paperback
Buy a Paperback on Amazon
Qabiyyee
 
Ariirrata 
1. Fayyinni Cubbamootaa Dunkaana Keessaan Mul’ate (Seera Ba’uu 27:9-21) 
2. Gooftaa Keenya Isa Nuuf Dhiphate (Isaayaas 52:13-53:9) 
3. Yaa’iwwee Waaqa Jiraataa (Seera Ba’uu 34:1-8) 
4. Waaqayyo Maaliif Akka Musee Gaara Siinaa Gubbaatti Waame (Seera Ba’uu 19:1-6) 
5. Akkaata Israa’elonni Dunkaana Keessatti Gara Aarsaa Dhi’essuu dhufan: Seenaa Ka’umsaa (Seera Uumamaa 15:1-21) 
6. Abdii Waaqayyo Kakuu Dhaqna Qabaa Keessaan Dhaabe Amma Iyyuu Nuuf Ni Hojjeta (Seera Uumamaa 17:1-14) 
7. Meeshaalee Ijaarsa Dunkaana Isa Bu’uura Amantii Kaa’e (Seera Ba’uu 25:1-9) 
8. Halluu Balbala Oobdii Dunkaanaa (Seera Ba’uu 27:9-19) 
9. Amantii Iddoo Aarsaa Gubamu Keessaan Mul’ifame (Seera Ba’uu 27:1-8) 
10. Amantii Qodaa Dhiqannaa Keessaan Mul’ifame (Seera Ba’uu 30:17-21) 
11. Dhuga ba’umsa Fayyinaa 
 
Dhugaa dunkaana qulqullaa'aa keessa dhokatee jiru attamitti beekuu dandeenyaa? Wangeela bishaanii fi Hafuuraa hubachuu qofaan, dhugaa jiraataa fi gaaffilee dunkaana qulqullaa'aa keessaa ka'an hubachuu dandeenya.
Balballi dunkaana qulqullaa'aa boffee bifa waaqaa, dhiilgee fi bildiimaa fi bullukkoo fo'aa gaarii irraa walitti dha'amanii hojjetamuun isaa fayyina Yesuus Kiristoos ilmaan namaa agarsiisa. Haaluma kanaan, dubbiin dunkaana bara Kakuu Moofaa fi dubbiin Kakuu Haaraa akkuma hojii bullukkoo fo'aa gaarii sanaa walitti hidhamee jira. Garuu dhugaan kun bara dheeraadhaaf kiristaanota dhugaa barbaadan jalaa dhokatee ture.
Yesuus gara biyya lafaa dhufee Yohannisiin cuuphamee fannoo irratti du'ee dhiiga isaa dhangalaaseera. Wangeela bishaanii fi Hafuuraa utuu hin hubatin, dhugaa dunkaana bara Kakuu Moofaa keessa dhokatee jiru hubachuu hin dandeenyu. Dhugaa dunkaanicha keessaa hubannee itti amanuu qabna. Dhugaa boffee bifa waaqaa, dhiilgee fi bildiimaa fi bullukkoo fo'aa gaarii balbala dhunkaana itti walga'anii hubannee itti amanuu nu barbaachisa.
More

Books related to this title

The New Life Mission

TAKE OUR SURVEY

How did you hear about us?