Search

無料の電子書籍とオーディオブック

水と御霊の福音

オロモ語 1

DHUGUMA BISHAANII FI HAFUURATTII LAMMAFFAA DHALATTEETTAA?

Rev. Paul C. Jong | ISBN 8983146338 | ページ 396

電子書籍とオーディオブックを無料でダウンロード

お好みのファイル形式を選択し、モバイル端末、PC、タブレットに安全にダウンロードして、説教集をいつでもどこでも読んだり聴いたりすることができます。すべての電子書籍とオーディオブックは完全無料です。

下記のプレーヤーでオーディオブックを聴くことができます。🔻
ペーパーバックを所有
Qabiyyee

Ariirrata

Kutaa Tokkoffaa—Lallaba
1. Dursinee Waa’ee Cubbuu Keenya Isa Ittii Fayyuu Qabnu Beekuu Nu Barbaachisa (Maarqos 7:8-9, 20-23) 
2. Ilmaan Namootaa Cubbamoota Ta’anii Dhalataniiru (Maarqos 7:20-23) 
3. Waan hundumaa akka seeraatti yoo hojjenne, nu fayyisuu ni danda’u? (Luqaas 10:25-30) 
4. Fayyina Barabaraa (Yohannis 8:1-12) 
5. Cuuphamuu Yesuusii fi Araara Cubbuu (Maatewos 3:13-17) 
6. Yesuus Kiristoos Bishaan, Dhiigaa fi Hafuuraan Dhufe (1 Yohannis 5:1-12) 
7. Cuuphamuun Yesuus Fakkeenya Fayyina Cubbamootaati (1 Pheexiros 3:20-22) 
8. Wangeela Araara Irraa Hafaa (Yohannis 13:1-17) 

Kutaa Lammaffaa—Dabalata
1. Dhuga ba’umsa Fayyinaa 
2. Ibsa Dabalataa 
3. Gaaffii fi Deebii 
 
Ijoon dhimma mata duree kanaas, "lammata bishaanii fi hafuurattii dhalachuu" dha. Innis dhimma kana irratti isa jalqabaa ta`uu isaa ti. Jecha biraadhaan, kitaabni kun lammata dhalachuun maal akka ta`ee fi akkammitti bishaanii fi hafuurattii akka dhalatamu, akkaataa Macaafa qulqulluu keessatti keewametti nutti hima. Bishaanichi kan inni bakka bu`uu, cuuphaa Yesuus Yordaanossitti yommu ta`uu, Macaafni Qulqulluunis Yesuus Yohaannis Cuuphaatiin gaafa cuuphame sanatti, cubbuun keenya hundumtuu akka Isatti darbe nutti hima. Yohaannis, sanyii Luba Aaron yommuu ta`uu, kan inni bakka bu`ees saba hundaa ti. Aaron harka isaa mataa korbeesssa re`ee irra kaa`uudhaan cubbuu Israa`elootaa hundumaa waggaa waggaatti gaafa Guyyaa Araarri buufamutti, gara tuntunichaatti dabarsa ture. Innis gaaddiduu wanta gaarii dhufuuf jiruu ture. Cuuphaan Yesuusis, harka irraa ka`uusanaan kan walfakkaatuudha. Yesuus akkaataadhuma harka irra kaawuutiin, Yordaanositti cuuphame. Akka kanatti cubbuun biyya lafaa hundumtuu karaa cuuphamuu Isaatiin kaafame. Akkasumas, gatii cubbuusanaatiif aarsaa ta`e. Haa ta`u iyyuu malee kirstaanotini baayyeen maliif akka Yesuus Yohaannisiin Yordaanositti cuuphamee, hin beekani. Cuuphaan Yesuus, jecha ijoo kitaaba kanaa yommuu ta`u, akkasumas garee wangeela bishaanii fi hafuuraa keessatti isa baayyee barbaachisaadha. Cuuphaa fi fannoo Yesuusitti yoo amanne qofatu lammata dhalachuu dandeenya.
もっと見る
オーディオブックプレーヤー

このタイトルに関連する書籍

The New Life Mission

アンケートに答える

当サイトをどのようにお知りになりましたか?