Search

免費電子書和有聲讀物

水與靈的福音

奧羅莫語 2

Gara Wangeela Bishaanii fi Hafuuraatti deebi’i

Rev. Paul C. Jong | ISBN 8983148497 | 頁碼 323

下載免費電子書和有聲讀物

選擇您喜歡的文件格式,安全下載到手機、電腦或平板電腦,隨時隨地閱讀和收聽講道集。所有電子書和有聲讀物都完全免費。

您可以通過下方播放器收聽有聲讀物。🔻
QABIYYEE

Ariirrata
1. Hiikkaa Wangeela Lammaffaa Dhalachuu isa Jalqabaa (Yohannis 3:1-6) 
2. Barsiisa Sobaa fi Dogoggorsa Waldaa Kiristaanaa (Isaayaas 28:13-14) 
3. Dhaqna Qabaa Hafuuraa Isa Dhugaa (Seera Ba’uu 12:43-49) 
4. Karaa Sirrii Ta’een Attamitti Akka Cubbuu Himatan (1 Yohannis 1:9) 
5. Kufaatii Yaaxina filannoo duraandursaa fi Akkaataa Filannoo Waaqayyoo (Roomaa 8:28-30) 
6. Jijjiiramuu Toora Lubummaa (Ibroota 7:1-28) 
7. Cuuphamuun Yesuus Hojii Fayyinaaf Murteessaa dha (Maatewos 3:13-17) 
8. Fedha Abbaa Amantiidhaan Haa Raawwannu (Maatewos 7:21-23) 
 
Kitaabni jalqaba ba’u tokko waraabbii kan biraa irraa bilisa akka ta’e ni beekama. Kitaabni keenya raawwatee isa jalqabaa ti. Waa’ee dhoksaa Yohannisiin cuuphamuu Yesuusiin mul’isuuf bara keenya keessatti kan maxxanfame kitaaba jalqabaa ti. Jaarraa gara jalqabaa lamaanii keessatti ayyaanni cuuphaa waldaa keessa hin turre. Waldaan jalqabaa ergamootaa wajjin ayyaana Yohannisiin cuuphamu Yesuusiin Guraandhala 6 ayyaaneffachaa turte. Amantii isaanii keessatti cuuphamuu Yesuusitti maaliif xiyyeeffannoo guddaa kennaa turanii? Kitaabni keenya kun gaaffii kanaaf deebii ga’aa kenna. Deebiin isaas duudhaa (tradition) ergamootaa irratti kan hundaa’ee dha. Ijoon dubbii kitaaba kanaa dhoksaa cuuphamuu Yesuusii fi wangeela bishaanii fi Hafuuraa (Yohannis 3:5) hiikuu dha. Kun namoota muraasaaf osoo hin taanee kiristaanota hundumaaf kan barbaadamuu dha. Kitaabni kun harka 100% Macaafa Qulqulluu fi dhugaa isaa irratti kan hundaa’ee kiristaanota dubbii dhugaa wangeela bishaanii fi Hafuuraatti kan dammaqsu kitaaba eebba qabuu dha. Warra dhugaa Macaafa Qulqulluu barbaadaniif dogoggora tokko malee ni barsiisa.
更多
有聲書播放器

與該標題相關的書籍

The New Life Mission

參加我們的調查

您是如何得知我們的?