Search

免费电子书和有声读物

圣灵

奥罗莫语 3

Hafuura Qulqulluu Isa Na Keessa Jiraatu - Karaa Kufaatii irraa bilisa ta’een Attamitti akka Hafuura Qulqulluu Fudhatan

Rev. Paul C. Jong | ISBN 8983147865 | 页码 382

下载免费电子书和有声读物

选择您喜欢的文件格式,安全下载到手机、电脑或平板电脑,随时随地阅读和收听讲道集。所有电子书和有声读物都完全免费。

您可以通过下方播放器收听有声读物。🔻
QABIYYEE

Ariirrata

Kutaa Tokkoffaa—Lallaba 
1. Hafuurri Qulqulluun Abdii Sagalee Waaqayyoo Keessatti hojjeta (H. Ergamootaa 1:4-8) 
2. Dhuguma namni Yaalii ofii Isaatiin Hafuura Qulqulluu Bitachuu ni danda’aa? (H. Ergamootaa 8:14-24) 
3. Yeroo Yesuusitti Amante Hafuura Qulqulluu fudhatteettaa? (H. Ergamootaa 19:1-3) 
4. Warra amantii isa kan akka bartoota Yesuusiin qaban (H. Ergamootaa 3:19) 
5. Hafuura Qulqulluu wajjin tokkummaa qabaachuu ni barbaaddaa? (1 Yohannis 1:1-10) 
6. Hafuurri Qulqulluun akka si keessa jiraatu amani (Maatewos 25:1-12) 
7. Wangeela Dhugaa isa kennaa nama keessa buufachuu Hafuura Qulqulluu siif Argamsiisu (Isaayaas 9:6-7) 
8. Yaa’aan Bishaan Jiraataa Hafuura Qulqulluu Karaa Maalii Burqaa? (Yohannis 7:37-38) 
9. Cuuphamuu Yesuus isa Qulqulluu nu godhe (Efesoon 2:14-22) 
10. Hafuuraan Deddeebi’i! (Galaatiyaa 5:16-26, 6:6-18) 
11. Jireenya Kee Guutama Hafuura Qulqulluu Keessatti eeggachuuf (Efesoon 5:6-18) 
12. Guutama Hafuura Qulqulluu keessa jiraachuudhaaf (Titoo 3:1-8) 
13. Hojii fi kennaa Hafuura Qulqulluu (Yohannis 16:5-11) 
14. Qalbii diddiirrannaa dhugaa attamiitu Hafuura Qulqulluu fudhachuutti nu geessa? (H. Ergamootaa 2:38) 
15. Hafuura Qulqulluu kan fudhattu fi kan inni si keessa jiraachuu danda’u yeroo ati dhugaa hubattu qofa (Yohannis 8:31-36) 
16. Ergama warra Hafuura Qulqulluu fudhatan hundaa (Isaayaas 61:1-11) 
17. Hafuura Qulqulluu irraa amantii fi abdii qabaachuu nu barbaachisa (Roomaa 8:16-25) 
18. Dhugaa isa gara keessa namaa jiraachuu Hafuura Qulqulluutti nama geessu (Iyyaasuu 4:23) 
19. Wangeela Bareedaa isa golgaa mana Qulqullummaa Tarsaase (Maatewos 27:45-54) 
20. Warri Muuxannoo keessa namaa jiraachuu Hafuura Qulqulluu qaban warri kaanis akka Hafuura Qulqulluu fudhataniif ni geggeessu (Yohannis 20:21-23) 

Kutaa Lammaffaa—Dabalata
1. Dhuga ba’umsa Fayyinaa 
2. Gaaffii fi Deebii 
 
Kiristaanummaa bara si`anaa keessatti, mareen irra deddeebi`amee ka`u waa`ee fayyinaa fi waa`ee Hafuurrii Qulqulluun nama keessa jiraachuu ti. Haa ta`u iyyuu malee, waa`ee mata duree kana lamaanii sirriitti kan beekan namoota muraasa ta`u. Rakkoo guddaan, caaffanni macaafa qulqulluu irratti hundaa`anii waa`ee kanaa kana barsiisu dhabamuu isaa ti. Kitaaboleen macaafa qulqulluu irratti hundaa`ee waa`ee dinqisiifannaa kennaa hafuura qulqulluu fi waa`ee jireenya Hafuura Qulqulluun guutamuu kan ibsan hedduu tu jiru. Garuu eenyu iyyuu ija jabaatee, "Amanaan tokko attamitti Hafuura Qulqulluu fudhata?" Maaliif? Kan jedhu irratti namni madaallii guutee barsiisu hin kaane sababiinsaas waa`ee isaa beekumsa ga`aa sababa hin qabaanneef. Akkuma raajichi Hosi`aa "Sabni koo karaa ittiin na beeku waan dhabeef balleefameera," jedhee iyyee dubbatu, bara ammaa kanattis kiristaanoonni hedduun hafuura qulqulluu fudhachuuf jecha barsiisa amantii sobaa keessa of buusaniiru. Namoonni bayyeenis sadarkaa of qabuu dadhabuu bira yommuu ga`an Hafuura Qulqulluu fudhanna jedhannii ni amanu. Amantiin akkanaa amantii Kiristaanaa, qaallummaa (Shamanism) isa seexana irraa maddutti dabaluu dha yoo jenne raajessuu hin ta`u.Lubni Phaawulos Yoong barreessaan macaafaa dhugaa labsuuf ija jabummaa qaba. Inni mata duree kana isa barreesitoonni hafuuraa hedduun yeroo baayyeef baqatanii jiran safara guutee ni dubbata. Inni dursee "waa`ee lammaffaa dhalachuu" fi "nama keessa jiraachuun Hafuura Qulqulluu" maal akka ta`e ibsee, walitti dhufeenya olaanaa isaan qaban sirriitti ni kaa`a. Itti fufees waa`ee Hafuura Qulqulluu ibsuudhaan, "jireenya hafuuraa" ttii "attamitti akka hafuurota gargar baasan" ni barsiisa. Odeeffannoo dabalataaf, fuula weebii kana irratti kitaaba ba`u akka qorattuuf barreessaan kitaabichaa si gorsa.
更多
有声书播放器

与该标题相关的书籍

The New Life Mission

参加我们的调查

您是如何了解到我们的?