Search

免费电子书和有声读物

会幕

奥罗莫语 10

DUNKAANA: Fakkeenya Ibsa Gad Fagoo Yesuus Kiristoos (Ⅱ)

Rev. Paul C. Jong | ISBN 9788928200351 | 页码 348

下载免费电子书和有声读物

选择您喜欢的文件格式,安全下载到手机、电脑或平板电脑,随时随地阅读和收听讲道集。所有电子书和有声读物都完全免费。

您可以通过下方播放器收听有声读物。🔻
拥有平装书
在亚马逊购买平装书
QABIYYEE
 
Ariirrata 

1. Nuyi Warra Sababa Cubbuu Keenyaaf Gara Badiisaatti Deebinu Miti (Yohaannis 13:1-11) 
2. Golgaafi Utuboota Iddoo Qulqulluu (Seera Ba’uu 26:31-37) 
3. Warra Iddoo Qulqulluu Qulqullootaa Seenan (Seera Ba’uu 26:31-33) 
4. Golgichi Tarsa’eera (Maatewos 27:50-53) 
5. Tuggwwan babattee lamaaniif Miiloo Uraa warqee lama-lama (Seera Ba’uu 26:15-37) 
6. Dhoksaa Hafuuraa Saanduqa Kakuu Keessa Jiru (Seera Ba’uu 25:10-22) 
7. Teessoo Araaraa Irratti Dhiifama Cubbuu Kennamu (Seera Ba’uu 25:10-22) 
8. Gabatee Buddeena Ilaalchaa (Seera Ba’uu 37:10-16) 
9. Baattuu Ibsaa (Seera Ba’uu 25:31-40) 
10. Iddoo Aarsaa Ixaanaa (Seera Ba’uu 30:1-10) 
11. Angafa Lubaa Isa Guyyaa Araaraa Aarsaa Waggaa Dhi’eessu (Seera Leewwotaa 16:1-34) 
12. Dhoksaa Arfan Aguuggii Dunkaanicha Keessaa (Seera Ba’uu 26:1-14) 
13. Yaada Dubbiftootaa 
 
Dhugaa dunkaana qulqullaa'aa keessa dhokatee jiru attamitti beekuu dandeenyaa? Wangeela bishaanii fi Hafuuraa hubachuu qofaan, dhugaa jiraataa fi gaaffilee dunkaana qulqullaa'aa keessaa ka'an hubachuu dandeenya.
Balballi dunkaana qulqullaa'aa boffee bifa waaqaa, dhiilgee fi bildiimaa fi bullukkoo fo'aa gaarii irraa walitti dha'amanii hojjetamuun isaa fayyina Yesuus Kiristoos ilmaan namaa agarsiisa. Haaluma kanaan, dubbiin dunkaana bara Kakuu Moofaa fi dubbiin Kakuu Haaraa akkuma hojii bullukkoo fo'aa gaarii sanaa walitti hidhamee jira. Garuu dhugaan kun bara dheeraadhaaf kiristaanota dhugaa barbaadan jalaa dhokatee ture.
Yesuus gara biyya lafaa dhufee Yohannisiin cuuphamee fannoo irratti du'ee dhiiga isaa dhangalaaseera. Wangeela bishaanii fi Hafuuraa utuu hin hubatin, dhugaa dunkaana bara Kakuu Moofaa keessa dhokatee jiru hubachuu hin dandeenyu. Dhugaa dunkaanicha keessaa hubannee itti amanuu qabna. Dhugaa boffee bifa waaqaa, dhiilgee fi bildiimaa fi bullukkoo fo'aa gaarii balbala dhunkaana itti walga'anii hubannee itti amanuu nu barbaachisa.
更多

与该标题相关的书籍

The New Life Mission

参加我们的调查

您是如何了解到我们的?