Search

مفت ای بُکس اور مفت آڈیو بُکس

خیمۂ اِجتماع

اورومو 35

Dunkaana (Ⅲ): Dursa Ibsamuu Wangeela Bishaaniifi Hafuuraa

Rev. Paul C. Jong | ISBN 9788928231676 | ورقے 380

ڈاؤن لوڈ کرو مفت ای-کتاباں تے آڈیو کتاباں

اپنی پسندیدہ فائل فارمیٹ چنو تے اپنے موبائل ڈیوائس، پی سی یا ٹیبلٹ تے محفوظ طریقے نال ڈاؤن لوڈ کرو تاں جو تسیں کدے وی، کتھے وی وعظاں دا مجموعہ پڑھ تے سن سکو۔ ساریاں ای-کتاباں تے آڈیو کتاباں بلکل مفت نیں۔

🔻تسیں تھلے دتے گئے پلیئر راہیں آڈیو کتاب سن سکدے او۔
پرنٹڈ کتاب دے مالک بنو
ایمیزون تے پرنٹڈ کتاب خریدو
Qabiyyee
 
Arirrata (Seensa) 
1. Fayyina Cubbamootaa Isa Godoo Itti Walga’an Keessaan Mul’ate (Ba’uu 27:9-21) 
2. Utuboota Oobdii Godoo Itti Walga’anii (Ba’uu 27:9-19) 
3. Iddoon Aarsaan Gubamu Itti Dhihatu Muka Laaftoo Irraa Hojjetamee Sibiilli Boorrajjii Irra Dibama (Ba’uu 38:1-7) 
4. Iddoon Aarsaa Ixaanaa Iddoo Waaqayyoo Ayyaana Isaa Itti Kennu Dha (Ba’uu 30:1-10) 
5. Hiika Hafuuraa Miiloo Meetii Godoo Itti Walga’anii (Ba’uu 26:15-30) 
6. Teessoo Araaraa (Ba’uu 25:10-22) 
7. Meeshaalee Miidhagoo Wangeela Bishaaniifi Hafuuraa (Ba’uu 25:31-40) 
8. Hiika Hafuuraa Uffannaa Angafa Lubaa Keessa Jiru (Ba’uu 28:1-43) 
9. Qulqullummaan Waaqayyoof (Ba’uu 28:36-43) 
10. Qomee Akka Gaachanaa Isa Wanti Murtaa’uu Ittiin Beekamu (Ba’uu 28:15-30) 
11. Aarsaa Dhiifama Cubbuu Isa Angafa Lubaa Qulleessu (Ba’uu 29:1-14) 
12. Angafa Lubaa Isa Aarsaa Araaraa Dhi’eessu (Leewwota 16:1-34) 
13. Meeshaalee Uffannaan Angafa Lubaa Irraa Hojjetaman (Ba’uu 28:1-14)
 
Dhugaa dunkaana qulqullaa'aa keessa dhokatee jiru attamitti beekuu dandeenyaa? Wangeela bishaanii fi Hafuuraa hubachuu qofaan, dhugaa jiraataa fi gaaffilee dunkaana qulqullaa'aa keessaa ka'an hubachuu dandeenya.
Balballi dunkaana qulqullaa'aa boffee bifa waaqaa, dhiilgee fi bildiimaa fi bullukkoo fo'aa gaarii irraa walitti dha'amanii hojjetamuun isaa fayyina Yesuus Kiristoos ilmaan namaa agarsiisa. Haaluma kanaan, dubbiin dunkaana bara Kakuu Moofaa fi dubbiin Kakuu Haaraa akkuma hojii bullukkoo fo'aa gaarii sanaa walitti hidhamee jira. Garuu dhugaan kun bara dheeraadhaaf kiristaanota dhugaa barbaadan jalaa dhokatee ture.
Yesuus gara biyya lafaa dhufee Yohannisiin cuuphamee fannoo irratti du'ee dhiiga isaa dhangalaaseera. Wangeela bishaanii fi Hafuuraa utuu hin hubatin, dhugaa dunkaana bara Kakuu Moofaa keessa dhokatee jiru hubachuu hin dandeenyu. Dhugaa dunkaanicha keessaa hubannee itti amanuu qabna. Dhugaa boffee bifa waaqaa, dhiilgee fi bildiimaa fi bullukkoo fo'aa gaarii balbala dhunkaana itti walga'anii hubannee itti amanuu nu barbaachisa.
ھور

اِس عنوان سے متعلقہ کتابیں

The New Life Mission

ساڈے سروے وچ حصہ پاؤ

تہانوں ساڈے بارے کنج پتہ چلیا؟