Search

免費電子書和有聲讀物

使徒信經

奧羅莫語 11

Barsiisa KIRISTOOS Isa Gara Jalqabaa

Rev. Paul C. Jong | ISBN 9788928261178 | 頁碼 236

下載免費電子書和有聲讀物

選擇您喜歡的文件格式,安全下載到手機、電腦或平板電腦,隨時隨地閱讀和收聽講道集。所有電子書和有聲讀物都完全免費。

您可以通過下方播放器收聽有聲讀物。🔻
擁有平裝書
在亞馬遜購買平裝書
Qabiyyee Gabatee
 
Xiinxala Dhuga Ba’umsa Amantii Ergamootaa 

Kutaa 1
Dhugaa Ba’umsa Amantii Waaqayyo Abbatti 
1. Waaqayyo Abbaa 
2. Maqaa Waaqayyo 
3. Dhuga Ba’umsa Ergamootaafi Eebba Amantii Isaa 
4. Ergamoonni Eenyufayi? 
5. Qulqul’ina Jireenyaafi Hojii Ergamootaa 
6. Yihudoonni Waaqayyo Abbaa Uumamaa Akka Ta’e Ni Amanu? 
7. “Nan amana…” (Yohaanis 1:12-13) 

Kutaa 2
Dhuga Ba’umsa Amantii Waaqayyo Ilmaatti 
1. Yesuus Kiristoos 
2. Lallaba Qulqulluu Ilmichaa Irratti 1: Yesuus Kiristoos Eenyuu dha? 
3. Lallaba Qulqulluu Ilmichaa Irratti 2: Harka Irra Kaa’uu Bara Kakuu Moofaa Fi Cuuphaan Bara Kakuu Haaraa Jechuun Maal Jechuu Dha? 
4. Lallaba Qulqulluu Ilmichaa Irratti 3: Kiristoos Maaliif Bakka Namoota Baay’ee Du’e? 
5. Lallaba Qulqulluu Ilmichaa Irratti 4: Du’aa Ka’uu Yesuusitti Jabaannee Amanachuu Qabna 
6. Lallaba Qulqulluu Ilmichaa Irratti 5: Ragaa Yesuus Gara Waaqaatti Ol ba’uu Isaa 
7. Lallaba Qulqulluu Ilmichaa Irratti 6: Gooftaan Akka Gooftaa Abbaa Firdiitti Dhufa 
8. Lallaba Qulqulluu Ilmichaa Irratti 7: Eenyutu Firdii Jala Ooluuf Jedha? 
9. Lallaba Qulqulluu Ilmichaa Irratti 8: Amantii Isa Kami Dha Inni Waaqayyo Guddaa Ta’uu Isaa Labsu? 
10. Lallaba Qulqulluu Ilmichaa Irratti 9: Akka Dhuga Baatuutti Kennaa Museen Abboome Maalii Dha? 
11. Lallaba Qulqulluu Ilmichaa Irratti 10: Cuuphamuu Yesuusiifi Dhiifama Cubbuu 

Kutaa 3
Dhuga Ba’umsa Amantii Waaqayyo Hafuura Qulqulluutti 
1. Sadan Tokkummaa Waaqayyoo 
2. Hafuura Qulqulluu 
3. Hafuurri Qulqulluun Maal Akka Inni Hojjetu 
4. Attamitti Cuuphaa Hafuura Qulqulluu Fudhanna? 
5. Hafuurri Qulqulluun Eenyuu Dha? 
6. Hojiiwwan Hafuura Qulqulluu Maal fayi? 
7. Lallaba Hafuura Qulqulluu Irratti 1: Hafuura Qulqulluu Attamitti Fudhanna? 
8. Lallaba Hafuura Qulqulluu Irratti 2: “Yeroo Amantan Hafuura Qulqulluu Fudhattaniittu?” 
9. Lallaba Hafuura Qulqulluu Irratti 3: Madaallii Ergamoota Ta’uuf Barbaachisan 
10. Lallaba Hafuura Qulqulluu Irratti 4: Hafuurri Qulqulluun Yoom Gad Bu’e? 
11. Lallaba Hafuura Qulqulluu Irratti 5: Tajaajila Hafuura Qulqulluu 
12. Lallaba Hafuura Qulqulluu Irratti 6: Kennaa Hafuura Qulqulluus In Fudhattu 
13. Lallaba Hafuura Qulqulluu Irratti 7: Hafuurri Qulqulluun Ormoota Irra Bu’e 
14. Lallaba Hafuura Qulqulluu Irratti 8: Hafuurichi Waaqayyo Biraa Ta’eefi Hin Taanee Isaa Qoraa Ilaalaa 
15. Lallaba Hafuura Qulqulluu Irratti 9: Jireenya- Hafuuraan Guutame 
16. Amantiin Dubbii Waaqayyoo-Gara jireenya Hafuuraan Guutameetti Si Geessa 
17. Amantii Tokkicha Qulqullaa’aa Waldaa Kiristaanaa Irratti 
18. Amantii Tokkummaa Qulqullootaa Irratti 
19. Amantii Dhiifama Cubbuu Keessatti (1 Yoh. 1:9) 
20. Amantii Du’aa Ka’uu Foonii 
21. Amantii Jireenya Barabaraatti 
 

Warra akka keenya Waaqayyotti amananii jiraniif amantiin ergamootaa barsiisa hafuuraa guddaa nuuf argamsiisu. Amantiin isaanii ergaa guddaa laphee keenya keessa nuuf kaa’a, sababiinsaa wangeela qajeelummaa Waaqayyoo waan labsuuf. Kanaafuu waan hundumaa dursa amantii akkanaa qabaachuu nu barbaachisa. 
Namni Yesuusitti amanu kam iyyuu qajeelummaa Waaqayyoo beekee itti amanee guutummaa addunyaatti labsuu qaba, sababiinsaa wangeelichi guutummaa biyya lafaatti yoo lallabame malee namni karaa ittiin qajeelummaa Isaa beekee amanu waan hin qabneef. Karaa dubbii Waaqayyoo cubbamoonni qajeelummaa Isaa beekuu danda’u. Qajeelummaa Waaqayyoo argachuudhaaf dubbicha amantiidhaan fudhachuu barbaachisa. 
Amantii dubbii Waaqayyoo irratti hundaa’ee qajeelummaa Waaqayyoo nama argamsiisu malee namni kam iyyuu Gooftaa akka Fayyisaatti itti amanuu hin danda’u. Kanaafuu amantii dhugaa isa qajeelummaa Waaqayyoo argamsiisutti amannee amanamoo Luboota Isaa haa taanu. Amanamoo Luboota Isaa jechuun warra qajeelummaa Waaqayyootti amananii dhiifama cubbuu isaanii argatan jechuu dha. Qajeelummaa Waaqayyootti amanuudhaan warra amantii dhugaa qajeelota saba Isaatii ta’an ta’uu dandeenya. Nutis amantii ergamoonni qabaachaa turan qabaachuu dandeenya.
更多

與該標題相關的書籍

The New Life Mission

參加我們的調查

您是如何得知我們的?