Search

免費印刷書籍、
電子書和有聲讀物

水與靈的福音

LAMMAFFAA DHALACHUUDHAAF MAALTU SI IRRAA BARBAADAMA?
  • ISBN9788928240456
  • 頁碼362

奧羅莫語 65

LAMMAFFAA DHALACHUUDHAAF MAALTU SI IRRAA BARBAADAMA?

Rev. Paul C. Jong

Qabiyyee

Ariirrata 
1. Eenyutu Hafuuraafi Dhugaadhaan Waaqessa? (Yohaannis 4:1-24) 
2. Lammaffaa Dhalachuu Jechuun Maal Jechuu Dha? (Yohaannis 4:1-19) 
3. Yaada Mataa Keetii Gani (2 Mootota 5:15-19) 
4. Eenyummaa Kee Isa Dhugaa Fi Jaalala Gooftaa (Yohaannis 3:16) 
5. Wangeela Bishaaniifi Hafuuraatti Amannee Lammaffaa Dhalachuu Qabna (Yohaannis 3:1-5) 
6. Amantii Biyya Lafaa Kana Mo’atu (Yohaannis15:1-9) 
7. Dubbii Waaqayyootti Amanuun Hojii Waaqayyoo Hojjechuu Dha (Yohaannis 6:16-29) 
8. Yesuus Akkuma Miilla Pheexirosiin Dhiqe Miilla Keenyas Dhiqeera (Yohaannis 13:1-11) 
9. Hir’ina Hedduu Yoo Qabaanne Iyyuu Gooftaan Akka Isa Faana Buunuuf Nu Eebbisee Jira (Yohaannis 21:15-19) 
10. Haalduree Tokkummaa Dhugaa Kiristoos Keessatti Waliin Qabaatan (1 Yohaannis 1:1-10) 
11. Macaafni Qulqulluun Namni Waaqayyotti Qabamee Jiraatu Cubbuu Hin Hojjetu Yoo Jedhu Maal Jechuu Isaa Ti? (1 Yohaannis 3:1-10) 
12. Dhugumaan Amantiin Kee Akka Amantii Pheexiros Akka Siif Ta’u Ni Hawwitaa? (Maatewos 16:13-20) 
13. Qajeelummaan Gooftaa Nuuf Warra Yeroo Hunda Cubbuu Hojjennuuf Raawwatee Barbaachisaa Dha (Maatewos 9:9-13) 
 
Kiristaanonni bara kanaa yaada isaanii jijjiirrachuu qabu. Wangeela bishaaniifi Hafuuraa, wangeela Waaqayyo fayyinaaf kennetti amanuu qabu. Gooftaa isa wangeela bishaaniifi Hafuuraa nuuf kenne kana galateeffachuu qabna. Yoo akkas ta’e malee attamitti cubbuu biyya lafaa isa lolaan isaa gar-gar hin citne keessatti fayyisuun Gooftaa nuuf dhufa? Karaa kitaabileen wangeelli bishaaniifi Hafuuraa ibsu kanaa tokkoon tokkoon namaa fayyisuu Gooftaan isa altakkaa yeroo hundumaaf akka ta’utti nuuf hojjete fudhachuudhaan lammaffaa ni dhalanna. Hanga ammaatti waa’ee dhugaa kanaa hin mirkaneeffanne yoo taate, ammas irra deebitee qajeelummaa Waaqayyoo isa Gooftaan nuuf kenne gad-fageenyaan qo’achuu nama barbaachisa.
電子書下載
PDF EPUB

與該標題相關的書籍