Search

በነጻ የሚታደሉ የታተሙ መጽሐፎች፣
ኢመጽሐፎችና የኦዲዮ መጽሐፎች፤

ዮሐንስ ራዕይ፤

Burjaajii fi Duwwummaa Laphee Kee Keessaa Yoo Qabaatte Ifa Dhugaa Barbaaddadhu (I)
  • ISBN9788928261284
  • ገጾች፤402

ኦሮሞ፣ 67

Burjaajii fi Duwwummaa Laphee Kee Keessaa Yoo Qabaatte Ifa Dhugaa Barbaaddadhu (I)

Rev. Paul C. Jong

QABIYYEE

Seensa 
1. Gooftaan Cubbuu Warra Kami Fayyisa? (Luqaas 23:32-43) 
2. Akkamitti Misirroota Yesuus Kiristoos Ta`uu Dandeenya? (Yohaannis 2:1-11) 
3. Fayyinni Keenya Amantii Addunyaa Kanaa Wajjin Quba Wal Hin Qabu (Yohaannis 4:19-26) 
4. Yesuus Fannifamuun Isaa Akka Namni Isaaf Gadduuf Miti (Luqaas 23:26-31) 
5. Abdiin Ilma Namaa Tokkicha Sanyii Qulqulluu Dha (Isaayaas 6:1-13) 
6. Gooftaan Bishaan Jireenyaa Namni Deebi`ee Hin Dheebonne Nuuf Kenneera (Yohaannis 4:4-14) 
7. Yeroo Akka Lafee Goggogaa Turre Waaqayyo Hafuura Jireenyaa Nutti Baafatee Jireenyatti Nu Deebise (Hisqi`el 37:1-14) 
 

Kitaabni kun Amantiin Niiqiyaa, kan Bara Durii Mana Maree Niqiyaatti qophaaʼe, Kiristiyaanota bara kanaa irratti dhiibbaa hamaa hammam akka geessisee jiru ibsa.
Bara kana keessa dhugaa lammata dhalachuu bira ga’uuf dabalataan barachuun barbaachisaa dha. Akkasumas waa’ee amantii amantii hanga ammaatti amante gadi fageenyaan beekuu qabda.
Kitaaba kana keessatti hiika kan Amantaa Niiqiyaa keessaa hafe argachuu qabda. Fayyina dhugaa fi nagaa garaa kee keessatti argachuufis carraa guddaa argata. 
Amma hiika dhugaa wangeela bishaanii fi hafuuraa Yohaannisiin cuuphamuu ni argatta. Dubbiin cuuphaa Yesuus Yohaannis cuuphaa irraa argate lubbuu kee irratti dhiibbaa akkamii akka geessise gadi fageenyaa fi ifatti ni beekta kanaaf amantiidhaan Waaqayyoof ulfina ni kennita.
ኢመጽሐፍ አውርድ፤
PDF EPUB
በነጻ የሚታደል የታተመ መጽሐፍ፤
ይህንን የታተመ መጽሐፍ ጋሪው ላይ ጨምር፤

ከዚህ ርዕሰ ጋር የተዛመዱ መጽሐፎች